资讯

Finfinnee, Waxabajjii 18/2024 – Naannoo Oromiyaa godina Shawaa Kaabaa aanaa Darraatti haleellaa torban darbe raawwatameen yoo xiqqaate lubbuun namoota afur darbe. Jiraattota fi aanga’oonni haleellaa ...
Finfinnee, Hagayya 30/2024 – Itoophiyaan Ergamni Ce’umsaa Nagaa Kabachiisaa Gamtaa Afrikaa Somaaliyaatti bobba’e (ATMIS) Muddee 2024 hojiisaa yeroo xumuru caasaa nagaa kabachiisaa hundaa’u keessatti ...
Finfinnee, Adoolessa 14/2023 – Qonnaan bultoota fi al-ergitoonni Jimaa naannoo Oromiyaa keessatti argaman sababa dambii mootummaan irra kaa’een rakkoo hawaas-dinagdee hin eegamne isaanirra geessisaa ...
Finfinnee, Adoolessa 26/2024 – Hayyoota aartii damee koomeedii Afaan Oromoo keessatti maqaan isaanii adda durummaan ka’u keessaa tokko Sorsaa Lammiiti. Nama aartii Afaan Oromoo, keessattuu koomeedii ...
Finfinnee, Amajjii 23/2024 – Dhimmi ulaa galaanaa argachuun kun gama Itoophiyaatin dhimma imaammataa kan ta’e yeroo dhiyoo asittidha. Garuu gaaffiin dhimma ulaa galaanaa ka’uun Itoophiyaa keessatti ...
Jijjiirama diinagdee hordofuun hojjaettoota dhaabbilee dhuunfaatiif mindaan akka dabalamuufi gulantaan mindaa gadi aanaa akka murteeffamu Konfedereeshiniin Hojjettoota Itoophiyaa gaafate. Jijiirama ...
Finfinnee, Hag 19, 2023 – Bo’oon lamaan armaan olii kunneen sirba weellisaa Abdii Qophee keessaa kan fudhatamaniidha. Sirba kana kan sirbe qabsoo irra yeroo turetti haadha manaa isaa Yuunivarsitii ...